Teeknoolojiin Artificial Intelligence (AI)guyyaarraa guyyatti saffisaan guddataa jira. Teeknooloojiin kun konkolaataa yaabbannu irraa kaasee hanga jireenya keenya guyyaa guyyaatti wantoota hunda jijjiiraa jira. Tahus, hubannoon AI Itoophiyaa keessatti ammallee sadarkaa jalqabaa irra jira. Kanas ta’e sana, lammiileen biyya keenyaa hedduun osoo hin beekin AI fayyadamaa jiru; fakkeenyaaf, barreeffama tilmaama(text prediction), calaqqee suuraa(photo filters) ykn algoorizimii miidiyaa hawaasaa fudhachuun ni danda'ama.
AI damee eegumsa fayyaa irratti jijjiirama ajaa'ibaa fidaa jira. Keessattuu adeemsa qorannoo dhukkubaa, dhukkubbi tilmaamuuf, fi adeemsa wal’aansa dhuunfaa(personalized treatment) trratti heddu gargaaraa irratti Fakkeenyaaf:
AI damee barnootaa keessatti akkaataa barumsaa tokkoo tokkoon barattootaa amalaa fi adeemsa isaanii xiinxaluudhaan barumsa dhuunfaa haala barattoonni barattoonni barbaadaniin ni kenna.
AI murtii daldalaa daataa irratti hundaa’uun fooyyessa.
AI carraa hojii haaraa uumuun alatti, hojii namaa tokko tokkos bakka bu'aa jira.
AI qabiyyee Facebook, Twitter, fi TikTok irratti jaallattan amalaa fi fedhii keessan qorachuun isinitti agarsiisa.
Itoophiyaa keessatti namoonni hedduun AI maal akka ta'e waan hin beekneef yeroo baay'ee gowwoomsaan gowwoomfamu. Gowwoomsaa AI beekamaan tokko tokko: -
AI Itoophiyaa keessa reefuu seenaa jira, gara fuulduraattis irraa fayyadamoo ta'uuf ammuma qophaa'uu qabna. Kanaafis,
AIn teknooloojii egeree ti. Gama gaarii fi gadhee qaba, yoo sirritti itti fayyadame garuu guddina biyya keenyaaf gumaacha guddaa taasisuu danda’a. Yeroon beekumsa babal'isnu amma!
No comments yet. Be the first!